![Omslag till Hadhooftuu](http://bokmaskinen.se/wp-content/uploads/Hadhooftuu.jpg)
Hadhooftuu
Asoosama afaan Oromoo
Caalaa Haahiluu Abaataa
Publicerad: 2015
Pris: 290 kr
Språk: Oromo
Sidantal: 290
Format: 136x206 mm
Utförande: limbunden
ISBN: 978-91-637-7841-4
Beställningsadress:
aanaa2013@gmail.com
Nama ta’i! Nama ta’uuf of ta’i! Of ta’uuf immoo dursii of beeki! Kunis abÂÂÂÂÂÂÂbaÂÂa kee, haadhakee, akaakuu kee, warra kee, gosa kee, sanyii kee, qaccee kee, balbaÂÂla kee, saba kee fi biyya kee bari! Baruuf gaggaafadhu! Iyyaafadhu! QoqqoradÂÂhu!
 Hadhooftuun dawaadhas, summii dhas; abbaa sirnaan of eeggannoon fudhateef dawaa addaati. Kaanif immoo faallaa kanaatti summii tahee waan lubbuu guraaru taha.
 Hawwiin bayeessa. Namni hawwii qabu abdii qaba. Namni abdii qabu immoo kaayyoo qaba. Namni kaayyoo qabu karoora qaba. Karoora sana hojiirra oolchufii maniin gahuuf halkuu guyyuu kutannoo fi murannoon socho’a.
Barreessicha!
Recension:
Barroo kana akka dansaattiin dubbisee jira. Qabiyyeensaas, hawaasummaa, diinagdee, siyaasaa fi haala uummanni Oromoo guddaan kun yeroo ammaa keessa jiru kan senessuudha.
Dr. Anbisaa Hordofaa
You are among the fighters with the power of uprooting the rancid empire! During Britain’s absolute monarchy era, Locke wrote’’ no one is intended by God to be the natural ruler of anyone else’’. For French revolutions; revolutionary thinkers, philosophers and authors have done indispensable pen and paper fight which ignited a fire of freedom for freely born human kind. May your thanks be realization of our biggest nation’s dreams!
Yonayad Yadecha
LLB, Instructor at Kalasin Rajabhat University,Thailand